Hirmaannaa
Deebilee Kiristiyaanaa, Islaamummaadhaf
Barreeffamni kun mata-duree “Engage: Christian Responses to Islam” jedhuun dhaabbata barnabasfund jedhamuun kitaaba qophaa’e irraa kan hiikameedha.
Hiika Afaan Oromoo Isa Duraa 2019
First Oromo-language Ethiopia edition, 2019
Kutaalen Macaafa Qulqulluu hundinuu kan fudhataman Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo bara 1899 maxxanfamee bara 1997 haareffamee hiikame irraati.
Guyyoonni kitaaba kana keessatti argaman marti isaanii akka lakkoofsa warra Awrooppatti kan taa’aniidha.
SEENSA
BOQONNAA 1
Deebii Jaalalaan Kennuu
BOQONNAA 2
Kaayyoo Islaamummaan Afrikaa Irratti Qabu Hubachuu
BOQONNAA 3
Waldaan Gutuu Addunyaa Kiristiyaanota Biyyoota Musliimni Itti Baay’atu Keessa Jiraatan Gargaaruu Kan Dandeessu Akkamitti?
BOQONNAA 4
Biyyoota Islaama Hintaane Islaamessuu
BOQONNAA 5
Tooftaawwan Baramoo Islaamaa Biyyoota Afrikaa Musliima Hin Ta’in Keessatti
BOAONNAA 6
Bu’uurota Kiristiyaanummaa Marii’annoodhaf hin Dhiyaanne
BOQONNAA 7
Amantoonni Hundinuu Wangeelaa Labsuu fi Tajaajiluu ni Danda’u
BOQONNAA 8
Yaa’ii Jamaa fi Falmii
BOQONNAA 9
Yaadota Mormisiisoo Wangeela Labsu Keessatti Argaman
BOQONNAA 10
Marii Amantaalee Gara Garaa Gidduutti Adeemsifamu
BOQONNAA 11
Jijjirama Fiduuf Waaqayyo Kan Isin Fayyadamuu Danda’u HaalaKamiini? (Kutaa-1)
BOQONNAA 12
Jijjirama Fiduuf Waaqayyo Kan Isin Fayyadamuu Danda’u Haala Kamiini? (Kutaa-2)