Furmaanni Isaa Maali?
shorkeessummaan amantaa Islaamaa akka ibidda saafaa hawaasa addunyaa nyaacha jira. Har’a hawaasni kutaa addunyaa kam keessa iyyuu jiraatu sodaa jeequmsa amantaa Islaamaa irraa bilisa miti. Callisanii ilaaluun haala kanaan itti fufa yoo ta’e gaaf tokko balaa cimaa ka gaabbiin of irraa deebisuu hin danda’amne dhufuun isaa ka hin hafne dha. Kanaaf utuu hin galgalaa’in furmaata barbaaduun dirqama dha. Wantonni to’annaa ala erga ta’anii booda dhiiga boo’uun, dhagaa ciniinuu fi gaabbuun hiika hin qabaatu.
Hawaasa keenya badii cimaa ta’e kana jalaa oolchuuf tarkaanfii jalqabaa ta’uu ka qabu madda rakkinichaa hubachuuf yaalii gochuu dha. Gaaf tokko Saayintistii cimaa ka ta’e Anstaayiin addunyaa badii irraa oolchuuf sa’aatiin tokko qofti yoo isaaf kenname yeroo isaaf kenname akkam itti akka fayyadamuu qabu gaafatamee yommuu deebisu daqiiqaa 55 rakkinicha hubachuu fi daqiiqaa 5 qofti immoo furmaata barbaaduuf akka itti fayyadamu dubbatee akka ture dubbatama. Sababni furmaata dhabuu rakkinoota keenya hedduun isaanii rakkinoota sana sirrii itti beekuu dhiisuu ta’uun isaa dhugaa dha. Shororkeessummaan rakkina baraa kan saba keenya irratti balaa fide ta’uu isaa beekna. Garuu maddi shororkeessummaa maal akka ta’e waan hin beekneef sodaan rakkinichaa yeroo gara yeroo itti dabalaa jira. Biyyi keenya har’a ollaa naannaa ishee itti argaman wajjin haala walbira qabamee ilaalamuu hin danda’amneen balaa shororkeessummaa irraa eegamtee argamti. Garuu madda jeequmsaa ka ta’e barsiisa mankaraarsummaa Islaamumma sirrii itti beeknee furmaata yoo barbaanne irra kan hafe nagaan kun haala kanaan itti fufuu isaaf wabii hin qabnu. Kanaaf gaggeessitoonnis taane warreen biyyaa, shororkeessummaa ilaalchisee mankaraarsi Islaamummaa maal akka barsiisu, maal akka karoorsu, tooftaan raawwii isaa akkam akka ta’an fi kkf qorachuun nu barbaachisa. Namoota beekumsa isaa qaban keessumaa immoo barumsa Islaamummaan kan leenji’an fi Islaamummaa gadhiisanii ka ba’an irraa barachuun baay’ee barbaachisaa dha.
Furmaanni Sirriin kan Argamu Harka Eenyu irratti?
Namoonni tokko tokko mankaraarsi Islaamummaa rakkina siyaasaa waan ta’eef furmaanni isaa siyaasa dha; kanaaf rakkinni kun mootummaaf qofa dhiifamuu qaba jedhu. Garuu:-
- Mootummaan aboo fi humna yoo qabaate iyyuu bu’aa barumsichaa malee barumsicha wajjin qabsoo gochuu hin danda’u. Abbootin Siyaasaa yeroo baay’ee bifa amantaa uffachuun jaarraa barootaaf jiraachaa ka ture siyaasa Islaamummaa hubachuuf yommuu rakkatan ni mul’ata. Kanaaf furmaata sirrii kennuuf isaan rakkisa.
- Abbootin siyaasaa iccitii keessa dubbii kanaa yoo hubatan iyyuu mootummaan giddu galeessa waan ta’eef irraa fagaatanii ilaaluu filatu. Kanaaf sababa rakkinichaa ka ta’e hundee Islaamummaa itti bu’uu hin barbaadan.
- Mankaraarsi Islaamummaa aydiyoolojii waan ta’eef humnaan hin deebi’u. Barsiisni ykn falaasamni tokko yeroo tokkoof gara jireenya namootaa galuun hordooftoota erga argatee booda humna meeshaa waraanaan ittifamuu akka hin danda’amne seenaa addunyaa irraa hubachuu dandeenya. Humnaan barbadaa’ee ka bade yoo fakkaate iyyuu yeroo mijataa argatee mul’achuun isaa hin hafu. Barsiisni ykn falaasamni tokko ittifamu ka danda’amu barsiisa ykn falaasama isa irra fooyya’een qofa dha. Garuu mankaraarsi Islaamummaa meeshaa waraanaa qabatee dirree itti yommuu ba’u mootummaan meeshaa waraanaan tasgabbeessuu yoo danda’e iyyuu meeshaa ittiin barumsa isaa ittisu hin qabu.
- Waggotan muraasa darban itti akkuma ilaalle paartileen siyaasaa tokko tokko mankaraarsa Islaamummaa wajjin caalaa itti waliin ta’uun karoora isaa yommuu galmaan ga’an fi deeggarsaaf dhaabbatan argamaniiru. Kun ka argisiisu abbootiin siyaasaa tokko tokko faayidaa isaanii ka ammaaf malee balaa bor dhufuuf jiru ilaaluu dhiisuu isaanii dha. Namoonni akkasii taayitaa yoo qabatan rakkinicha baay’isuu irraa ka hafe deebii kennuu hin danda’an.
7 Miidiyaalee ogga ilaallu furmaata kennuun hafee gaafficha illee sirrii itti ka hubatan miti. Sirrii itti yoo hubatan iyyuu yaadni siyaasa waan isaan dirqisiisuuf sababa rakkinichaa itti bu’uun furmaata barbaaduun isaaniif hin ta’u.
& Beektonni ykn hayyoonni gaafficha haga ta’e in hubatu garuu sababa rakkinichaa ibsuun yaada furmaata ta’an akka hin kennine sodaa fi yaada siyaasaan hidhamaniiru.
Warreen lixaa Ilaalcha lafaa ka qaban tokko tokko “furmaata” itti fufanii jiran kaa’u:-
- Musliimota mankaraarsistoota ta’aniif xiyyeeffannaa kam iyyuu itti kennuu dhiisuu fi isaan dagachuu.
- Garuu xiyyeeffannaan ka isaan itti hin kennamne haga kam itti? jedhanii gaafachuun barbaachisaa dha. Billaan morma keenya irra taa’ee utuu jiruu “xiyyeeffannaa itti hin kenninu” jechuun furmaata gowwummaa dha.
- Bakka jiranii akka hin sochoone gochuu (gara daangaa keenya akka isaan hin seenne gochuu).
- Sochii uummataa fi sadarkaa teeknoolojiin odeeffannoo irra gaheen yommuu ilaalamu hin deemsisu. Warreen alaa akka hin seenne ittisuun in danda’ama ta’a, keessa itti ka argaman hoo? Ajjeesuu, Hidhuu fi Biyyaa baasuun furmaata ni ta’aa?
- Islaamummaa amala siyaasumma isaa irraa gadhiisisuun bifa Islaamummaa warreen dhihaa ka qabu uumuu [fakkeenyaf (proojeektii Kiiliyaamii (Quilliam)].[1]
- Kitaabonni Islaamummaa haga hin jijjiiramne itti kana raawwachuun hin danda’amu. Deemsa haga ammaa jiru keessa itti sochiin akkasii bu’a qabeessa ta’anii hin argamne.
- Seera cimaa baasuun ykn rasaasa itti fayyadamuun balleessuu.
- Seera cimaa baasuu fi hojii irra oolchuun barbaachisaa fi faayidaa qaba. Garuu seerota kana itti fayyadamuun aydiyoolojii kanaaf akka hin saaxilamne gochuun jireenya namootaa to’achuun ka danda’amu haga kam itti? Aydiyoolojiin rasaasaan baduu danda’a?
Furmaanni itti fufiinsa ta’e qaamota armaan olitti ibsaman bira akka hin jirre argineerra.
Bal’inaan akkuma ilaalle mankaraarsi Islaamummaa addunyaaf ta’e biyya keenyaaf haaraa miti. Waldaan kristaanaa baroota keessa itti rakkinoota mankaraarsummaa Islaamummaan dhufan irratti qabsaa’aa turte. Mankaraarsummaa amantaa Islaamaa of irraa ittisuun qaamni cufti irratti hirmaachuu ka gaafatu yoo ta’e iyyuu garuu sababoota itti fufaniif rakkina kanaaf furmaanni isaa inni jalqabaa harka waldaa kristaanaa irratti argama:-
† Nuti kristaanotni Musliimota mankaraarsitoota ta’an sirrii itti isaan hubanna.
- Hundeen ka’umsa keenya ilaalcha yaada walfakkaataa ka qabu dha; jechuunis amantaa dha. (Caaffata qulqullaa’aa itti in amanna. Amantaa keenya keessa itti namoonni akka fakkeenyaa itti isaan ilaallu qabna; Yesus fi Muhammad).
† Meeshaalee qabna
- Ragaalee caaffata qulqullaa’aa qabna
- Kristaanummaan seenaa amantaa Islaamummaa irra caalu qaba.
- Yesus gocha gaarii ka Mahammad irra caluu barsiiseera (bakka ijaa ba’uu araara, diinota keenya jaallachu fi kkf).
- Musliimonni beekumsa amantaa keenyaf qaban calaa itti beekumsi nuti waa’ee amantaa isaaniif qabnu caala. Manneen barnoota ka amantaa keenya keessa itti haala sirriin ka qindaa’an fi beektota amantaa sirritti qorataniin ka gaggeefaman gosti barnootaa Islaamummaa irratti xiyyeeffatan jiru. Manneen barnoota amantaa Islaamaa itti garuu kana hin argannu.
- Kristaanummaan sadarkaa biyya keenyattis ta’ee addunyaa itti humna namaan ka amantaa Islaamaa irra caalu qaba.
- Humna hafuura qulqulluu qabna (waldaa kristaana keessa itti raajii fi dinqiin mul’atan jiru. Islaamummaa keessa garuu kun hin jiru) Kanaaf waldaan kristanaa itti gaafatamummaa fudhattee hojjechuuf qophaa’uu qabdi.
Kristaanota Irraa Maaltu Eeggama?
- Musliimota jaallachuu:- karaan Kristos karaa jaalala dha. Nuti lolli keenyi foon fi dhiiga wajjin waan hin taaneef shororkeessummaa Islaamummaa malee Musliimotaan loluu hin qabnu. Deebii billaaf billaa luqqifna yoo ta’e kufaatii keenya ariifachiifna. Hagam gowwummaa yoo fakkaate illee billaaf deebii billaan kennuun abboommii kristaanummaa miti. Abboommiin kristaanummaa jaalalaa fi araara dha.
“Waaqayyo jaalala waan ta’eef, namni hin jaallatin, Waaqayyoon hin beekne.” (1 Ergaa Yohannis 4:8)
“Yesus deebisee, “Inni hundumaa irra caalu,’Dhaga’i, yaa Israa’el! Gooftichi Waaqayyo keenya kophaa isaa gooftaa dha. Atis Waaqayyo kee goofticha garaa kee guutuudhaan, jireenya kee guutuudhaan, yaada kee guutuudhaan, humna kee guutuudhaanis jaallachuutu siif ta’a!’ Inni lammaffaan immoo ’Nama, akka mataa keetiitti jaallachuutu siif ta’a’! isa jedhuu dha. Abboommiin isaan kana irra caalu kan biraa hin jiru” jedhe.” (Marq 12:29-31)
“ ‘Ani Waaqayyoo dha; saba keessan gidduu asii fi achi adeemtanii hin hamatinaa! Dhiiga namaa dhangalaasuudhaafis irratti hin ka’inaa! “ ‘Ati garaa keetti obboleessa kee hin jibbin! Dhugumaan nama balleessaa isaa hubachiisi malee, sababii isaatiif cubbuu of irratti hin fidin! “ ‘Ani Waaqayyo dha; ati nama akka ofii keetiitti jaalladhu malee, ijaa hin baafatin, ijoollee saba keetii irrattis haaloo hin qabatin!” (Lew 19:16-18)
“….Ani garuu isin warra na dhageessaniin, diinota keessan jaalladhaa warra isin jibbaniifis gaarii godhaafan isiniin jedha.” (Luq 6:26-27)
“ ‘…Qooda ijaa, iji; qooda ilkaanii ilkaan haa kennamu!’ jedhamee akka himame dhageessaniittu. Ani garuu isinittan hima, isa hamaadhaan hin morkatinaa! Namni maddii kee isa mirgaa yoo si kabale, isa gara kaaniis itti qabi! Namni yaa’ii si irraa qabaatee qomee kee yoo si irraa fudhachuu barbaade, kootii kees dhiisiif. Namni tokko akka kiilo metrii tokkoo isa duukaa akka dhaqxuuf yoo si giddisiise, akka kiilo metrii lamaa duukaa dhaqi! Isa si kadhatuuf kenni, nama waa si irraa liqeeffachuu barbaaduttis dugda hin gatin!” jedhe. Yesus, ’’’Fira kee jaalladhu, diina kees jibbi!’ jedhamee akka himame dhageessaniittu. Ani garuu isinttan hima, diinota keessan jaalladhaa, warra isin ari’ataniifis kadhadhaa! Kana yoo gootan ijoollee abbaa keessanii isa waaqa irraa in taatu; innoo aduu isaa warra hamootaa fi warra gaggaariidhaaf in baasa, bokkaa isaas warra qajeelotaa fi warra jal’ootaaf in roobsa. Warra isin jaallatan duwwaa yoo jaallattan gatii maalii argattu ree? Warri sodaa Waaqayyoo hin qabne iyyuu akkanuma in godhu mitii ree? Obboloota keessan duwwaa oo’iftanii nagaa yoo gaafattan, warra kaan caalaa maalfaa gootu? Warri saba Waaqayyoo hin ta’in iyyuu akkanuma in godhu mitii ree? Egaa abbaan keessan inni waaqa irraa mudaa malee akkuma ta’e, isinis warra mudaa hin qabne ta’aa!” jedhe. (Mat 5:38-48)
Dhugaa itti dubbachuuf mankaraarsummaan Islaamumma deebii jaalalaa fi gad of qabuu ka kristaanotaa akka salphina fi injifatamuu itti ka inni lakkaa’u.Ta’us garuu abboommii Kristos kana keessaa ba’uun nuuf hin eeyyamamne. Gooftaan keenya Yesus Kristos duuka buutota biiliyoona lamaa ol ka godhate fi fannoo irratti fannisuun ka isa ajjeese impaayera Roomiin miilla isaa jala itti ka bite deebbii jaalalaatini. Ka miidhamne fakkaatee yoo nutti dhaga’ame illee abboommii Kristos kana duukaa bu’uutu nurraa eeggama. Musliimota haa jaallannu, haa gaddinuuf, gaarii isaaniif haa raawwannu, ollaa gaarii isaaniif haa taanu, dhugaa jaalalaan isaan itti haa dubbannu. Jaalalli ka injifatame yoo fakkaate iyyuu yoom iyyuu taanaan ka injifatu dha.
- Dhugaa Dubbachuu:- Kristaanotni namootaa jaalalaa ta’uu akkuma qaban namoota dhugaaf dhaabatan ta’uu qabu. Jaalala jechuun dhugaa fakkeessuu jechuu miti. Akka Macaafa Qulqulluu itti karaa ittiin dhugaan mul’atu keessaa tokko dhugaa dubbachuu dha (1Qor 13:6). Sobni fi gowwomsan ka jaalalli ittiin ibsamu ta’uu hin malu. Beekumsaan jiraachuu fi akka beektotaa itti dubbachuun dhugaaf dhaabachuu qabna.
- Sodaa of Keessaa Baasanii Gatuu:- Shororkeessitoonni viidiyoo sukkanneessaa waraabuun ka gadhiisan sababni guddaan sodaa fi jeequmsa uumuufi. Yoo isaaniif sodaanne kaayyoon isaanii galma ga’eera jechuu dha. Kanaaf sodaachuu dhiisuu keenya hojiin argisiisuun kaayyoon isaanii fashalaa’uu isaa isaaniif beeksisuu qabna. Barreeffama kana keessa itti wantonni ibsaman balaa dhufu ittisuuf sababa rakkinichaa beekuun furmaata barbaaduuf malee akka sodaannuu fi Musliimota ollaa keenyaa shakkiin akka ilaallu miti. Musliimonni saba jaallatamu malan malee sodaatamuu qaban miti. Hedduun isaanii nagaa fi arja, uumaa isaanii garaa irraa ka barbaaddatan fi qajeelummaan guutaman dha. Warreen gocha shororkeessummaa irratti hirmaatan yoo ta’an illee ka uumaa isaanii tajaajilaa jiran isaan itti fakkaate malee jaallatanii miti.
Jaalala keessa sodaan hin jiru; jaalalli inni iddoo ga’e sodaa gad baasee in gata; sodaan adabatti hidhamee waan jiruuf, namni sodaatu jaalalli isaa iddoo hin geenye. (1Yoh 4:18)
- Kadhachuu:- Kadhannaan meeshaa kristaana humna jechaan ibsamuu hin danda’amne qabu dha. Mankaraarsi Islaamummaa yaada namaa qofa miti. Garuu hafuurri Kristosiin mormu duuba ta’uun ilaalcha ittiin hojjetu dha. Kristaanotni kadhannaa itti cimna yoo ta’e hafuura hamaa duuba ta’uun hojjetu hidhuun humna dhabsiisuu dandeenya. (Efe 6:10-18)
- Wangeela Musliimotaan Ga’uu:- Yaada Shororkeessummaa Islaamummaa balleessuu ka danda’u karaan inni sirrii wangeela kristoos ka dhugaa irratti hundaa’e dha. Biyyoonni Musliimaa meeshaa waraanaa ka warreen dhihaa irra sodaa ka isaan qabsiisu Wangeela Kristos dha. Wangeelli humna Waaqayyoo dha. Humna Waaqayyoo immoo fuul dura dhaabbachuu ka danda’u humni kam iyyuu hin jiru. Shororkeessummaan Islaamummaa humna ka argatu nuti wangeela dubbachuun duubatti ogga jennu dha. Shororkeessummaa itti ka fayyadamu dugda ittiin Wangeela fuul dura dhaabbatu waan hin qabneef dha. Ifa Wangeelaa qabannee gara dukkanaa deemuun ka hidhaman bilisa baasuun ga’ee kan koo fi keessan dha. Waaqni keenyi immoo yeroo hunda nu wajjin akka ta’u abdii nuuf kenneera.
“Yesus immoo gara isaaniitti dhi’aatee , “Gooftummaan hundinuu waaqa irratti lafa irrattis anaaf kennameera. Egaa dhaqaa, maqaa abbaatii fi ilmaatti, kan hafuura qulqulluuttis isaan cuuphuudhaan, saba hundumaa bartoota koo godhaa! Waanan isin abboome hundumaa eeguu isaan barsiisaa! Kunoo, ani immoo hamma dhuma baraatti guyyaa hundumaa isinii wajjin nan jira” isaaniin jedhe.” (Mat 28:18-20)
Waldaa kristaanaa keessa itti har’a dhimmi keenya dhimma foonnii ka wangeela wajjin wal hin qabanne ta’uun isaanii baay’ee nama gaddisiisa. Wanta biyya lafaan waan hidhamneef daangaan dukkanaa bal’atee nuti garuu ifa kana qabannee deemuu hin dandeenye. Ergama keenya isa daganne haa yaadannu, hidhannee abboommii Gooftaa keenyaa raawwachuuf haa kaanu. Dhaloota kana haa oolchinu.
- Ittisa Tajaajila Amantaa (Apologetics) Jajjabeessuu:- Islaamummaan ceephuu utuu wal irraa hin kutiin kirstaanummaa irratti dhiyeessa. Qur’aanni barumsa barsiisa kristaanummaa hadheessaniin ka guutame dha. Musliimonni immoo yeroo hunda barreeffama fi viidiyoo ka Macaafa Qulqulluu fi barsiisa kristaanummaa hadheessan maxxansuun raabsu. Himannaa fi gaaffilee kanaaf deebii kennuuf carraaquu fi saba keenyas kanaan hidhachiisuu nu barbaachisa. Namoonni ittisa tajaajila amantaa irratti hundaa’an karaa barbaachisaa ta’e kamiin iyyuu deeggaruun jajjabeessuu qabna.
“Kristosiif garuu akka gooftaatti garaa keessan keessatti ulfina addaan ba’e kennaaf! Waa’ee abdii isin keessa jiruuf, nama isin gaafatee, deebii isin irraa barbaaduuf, deebii ga’u deebisuudhaaf yeroo hundumaa qophaa’oo ta’aa!” (1Phex 3:15)
“Mi’i waraanaa keenya mi’a da’oo jajjabaa jigsuudhaaf Waaqayyoof hajjechuu danda’uu dha malee, mi’a namni foonii ittiin hojjetu miti; yaada amansiisa hin qabne isa nama wallaalchisuuf qophaa’es in diiga. Waanuma ogummaa Waaqayyoo gufaachiisuudhaf dura dhaabatu hundumaa diignee, yaada namootaa Kristosiif abboomsisuudhaaf in boojina. Erga isin raawwattanii abboomamtanii, nuyis immoo abboomamuu diduu hundumaa adabuudhaf qophoofnee jirra.” (2Qor 10:4-6)
“Waa’ee hunduma keessanii yeroon yaadu immoo, garaan koo waan isin bira jiruuf, hidhamuu koo keessatti, wangeelaaf falmuutti, isa cimsee dhaabuuttis ayyaana anaaf kenname keessaa hundumti keessan akka qabdan yaaduun anaaf qajeelaa dha.” (Fil 1:7)
- Hawaasa Kristaanaa Diinagdeen Cimsuuf Hojjechuu:- Kristanotaaf carraa hojii uumuu, kristaanotaa daldaaltota ta’an irraa bituu, gurmaa’anii waliin hojjechuu, walgargaaruu fi kkf nu barbaachisa. (Rom 12:13)
- Mirga Seera Biyya Keenyaa Sirrii itti Beekuu fi Fayyadamuu:- Mirga seerri biyya keenyaa nuuf kenne itti fayyadamnee mirga keenya eegsisuun hacuuccaa Islaamummaa jalaa mataa keenya bilisa gochuun nu barbaachisa. Seera mootummaan ala Islaamummaa fayyaduuf yakki godhaman yoo jiraatan deemsa seera qabeessa barbaachisaa ta’e hundumaa itti fayyadamuun mirga keenya kabachiisuu nu barbaachisa. Sadarkaa naannaa fi zoonitti itti gocha seera hin taane raawwataman karaa sirriin itti fayyadamuun haga gaggeessitoota biyyattii itti fudhannee deemuuf cimina qabaachuu qabna. (HoE 16:35-39; 25:9-12)
- Tokko Ta’uu Kristaanotaa:- Mankaraarsummaan Islaamummaa karaa ittiin manneen amantaa kristaanummaa qoodee rukutu qaba. Fakkeenyaaf Jimmaa itti gocha shororkeessummaa raawwataman ogga ilaallu inni jalqabaa duuka buutota amantaa kristaanaa Ortodoksii haala ittiin adda baasuun rukutan ture. Kana booda immoo sababa barbaaduun duulli protestaantota qofa rukutuu godhamee ture. Kristaanotni deemsa Islaamummaa kana fakkaataniif mijachuu hin qaban. Hawaasni mallattoo fannoo Kristos godhate kam iyyuu yommuu miidhamu tokkummaan dhaabachuun barbaachisaa dha. Keessumaa Ortodoksoonni, Protestaantonni fi Kaatoolikoonni amanaa Waaqa sadan-tokkoo ta’an waliin tokkummaa uumuun rakkina Islaamummaan dhufu of irraa ittisuu qabu. Barichi garaagartee keenya ka itti bal’ifnu utuu hin taane daangaa isaa oolchuuf bara itti waliin taanu dha. Kana raawwachuuf hojii guddaan gaggeessitoota keenya irraa eegama.
- Rukuttaan Yommuu Uumamu Sagalee Keenya Waliin Dhageessisuu:- Yakki fi rukuttaan shororkeessummaa Islaamummaa dagatamanii hafuu hin qaban. Musliimonni shororkeessitoota ta’an rakkina erga uumanii booda rakkinichi dagatamee akka hafu carraaqii godhu. Garuu tarkaanfiin seera qabeessi haga hin fudhatamne itti rakkinni walfakkaatan uumamuun isaa ka hin hafne dha. Kanaaf furmaata harka keenya irratti argaman hundumaa itti fayyadamuun qaama ilaallatuuf beeksisuun barbaachisaa dha. Yeroo baay’ee shororkeessitoonni Islaamaa yakka tokko uumuun nu sakatta’u. Deebiin keenya dubbachuu dhiisuu yoo ta’e caalaa itti balaa raawwatu. Jaalala fi araara kristaanummaa jechuun yakkamtoonni akka hoolaa itti nu qaluuf yommuu nu fuudhanii deeman caljedhanii oofamuu jechuu miti. Namoonni “mirga kee ka rukutu bitaa kee itti qabi” sagalee jedhu dubbisuun nu rukuchuu dhufan akka nutti ga’isaniif ka barreeffame miti. Kan waliin madaallu ta’uu nu barbaachisa.
- Deemsa Seera Qabeessa Qofa Hordofuu:- Shororkeessitoota Islaamummaan yakka raawwatamaniif deebiin kristaanotni kennuu malan karaa seera qabeessa ta’e qofa malee seera mataa isaaniin karaa seera qabeessa hin taane raawwachuuf yaaluun ta’uu hin qabu. Deemsi akkasii nageenya biyyaaf hin ta’u. Kristaanummaa mufachiisa. Garuu meesha akka hidhatuuf qaamni Waaqayyo muude jira. Qaamni kunis mootummaa dha. Waaqayyo tarkaanfii seera qabeessa mootummaan fudhatamuuf beekamtii kenna. Macaafni qulqulluun warra yakka hojjetan ittiin adabuuf tajaajilaa Waaqayyoo akka ta’e nutti dubbata.
Gooftaadhaaf jedhaatii harka warra aboon kennameefii jala of galchaa, mootii isa hundumaa irratti aboo qabuuf abboomamaa! (1Phex 2:13-14)
Kanaaf yakki yommuu raawwatamu yakka kan hojjetan akka adabuuf qaama mootummaa kan Waaqayyo muude itti beeksisuu malee tarkaanfii haaloo qabu fudhachuun raawwatee kristaanummaa miti.
- Daa’imman fi Dargaggoota irratti Xiyyeeffannaa Gochuun Hojjechuu:- Ijoollee keenya beekumsaa fi sagalee Waaqayyoon sirrii itti kunuunsinee hin guddisnu yoo ta’e akkasumas dargaggoota keenya sirrii itti yoo hin barsiifne ta’e biyyittii ka biraaf kennuuf qophaa’aa jirra jechuu dha. Kanaaf waldaan kristaanaa xiyyeeffannaa guddaa ta’e daa’imman fi dargaggootaaf kennuun hojjechuu qabdi. (Fakk 22:6)
- Seenaa Kristaanummaa Biyyittii Mul’isuu:- Yeroo ammaa aadaan kristaanummaa haala tooftaa cimaa ta’een waltajjii biyyattii irraa balleeffamaa jira. Mallattooleen kristaanummaa mul’isan jijjiiramaa jiru. Kristaanotni deemsa kana dhaabsisuuf hojjechuun isaan irraa eegama.
- Gama Shororkeessummaa Ittisuun Mootummaa Waliin Ta’uun Hojjechuu:- Odeeffannoo fi deeggarsa haamilee kennuun mootummaa cina dhaabachuun barbaachisaa dha. Haalli siyaasa keenyaa garee kamiin iyyuu haa ta’u garuu gama kanaan mootummaa waliin ta’uu qabna. Qabsoo shororkeessummaa wajjin godhaman siyaasan wal qabsiisun adeemsa dogoggoraa dha.
- Kristaanotni Siyaasa Keessa itti akka Hirmaatan Haamilee Kennuu:- Musliimonni yeroo ammaa itti siyaasa to’achuuf carraaqii guddaa raawwachuu irratti argamu. Lammii biyyaa haga ta’an itti hirmaachuun mirga isaanii yoo ta’e illee garuu siyaasa keessa itti ga’ee ka lakkoofsa isaanii wajjin wal hin madaalle qabachuun sirrii miti. Musliimonni yeroo baay’ee dagachuu kristaanotaa itti fayyadamuun deemsa ittiin barcuma taayitaa qabatan qabu. Kristaanotni karaa hundumaan siyaasa keessa itti dammaqinaan hirmaachuun hir’ina jiran hunda guutuu qabu.
Kitaabota Odeeffannoo
- Al-Tabari, The History of al-Tabari (Ta’rikh al-rusul wa’l-muluk), Vol. VI:
- Belteshazzar & Abednego. The Mosque and Its Role In the Society: 2006
- Campo, E. Juan. Encyclopedia of Islam: 2009
- Durie, Mark. The Third Choice, Islam, Dhimmitude and Freedom: 2010
- Gabriel, Mark A. Islam and Terrorism: 2002
- Guillaume, Alfred. The Life of Muhammad: A Translation of Ishaq’s Sirat Rasul Allah:1955
- Holy Qur’an, Abdullah Yusuf Ali’s translation
- Ibn Sa’d al-Baghdadi: The Book of the Major Classes Vol. 2
- Ibn Sa’d. Kitab al-Tabaqat al-Kkabir: (Translated into English by S. Moinul Haqq) Vol. 2: 1972
- Kitab al-Maghazi: Translated by Faizer R., Ismail A., & Tayob, A. K.: 2011
- Maududi, Sayid abul A’La. The meaning of the Qur’an: 5
- Musnad Ahmed Ibn Hanbal:-
http://www.kalamullah.com/musnad-ahmad.html
- Sahih Albukhari: Translated by Dr. Muhammad Mushin Khan, Vol. 1-9: 1997
- Sahih Muslim: Translated by Nasruddin al-Khattab, 2007
- Solomon, Sam & E. Almaqdisi: Al Hijra, Islamic Doctrine of Migration: 2007
- Sunan Abu Dawud http://www.sunnah.com/abudawud
- Sunan An-Nasa’i http://www.sunnah.com/nasai
- Sunan Ibn Majah http://www.sunnah.com/ibnmajah
- Tafsir of Ibn Kathir http://www.qtafsir.com
- Hiika Qur’aana Kabajamaa Afaan Oromootiin mana Najaashii
- ኢማም አን-ነወዊ፣ ሪያዱ ሷሊሒን፣ ከሐዲስ ቁጥር 811-1896፣ ቅፅ 2፣ ትርጉም በሐሰን ታጁ
[1] http://www.bbc.co.uk/religion/0/24706419
http://www.wikipedia.net/wiki/Quilliam_(think_tank)
