ISIS Islaamummaa Dhugaatii?

Qopheessaan:  Nuuraddiin Ibin Al-Masiih

Yaadachiisni addaa haga hin kennamnetti barreeffama kana keessatti waggootiin ibsaman  cufti akka lakkoofsa warra Awurooppaati.

Yaadachiisni addaa haga hin kennamnetti luqqisiin Macaafa Qulqulluu cufti ka fudhataman Waldaa Macaafa Qulqulluu Itiyoophiyaa waggaa araaraa bara 1995 maxxansa isaa duraa irraa dha.

Luqqisiin Qur’aanaa cufti ka fudhataman dhaabbata mana maxxansaa Najaashiin  maxxanfamee Oromiffatti kan hiikame irraa dha.

Mirgi qopheessaa kitaaba kanaa seeraan ka eegame dha.

@2017 Nuredin Ibn al-Massih

Yaada keessan karaa imeeyilii itti fufee jiruun nuun ga’aa

christopherdgm@gmail.com