IFA
Qajeelcha Qo’annaa Islaamummaa, Kristiyaanotaaf
Barreeffamni kun mata-duree “Unvail” jedhuun dhaabbata barnabasfund jedhamuun kitaaba qophaa’e irraa kan hiikameedha.
Hiika Afaan Oromoo Isa Duraa 2018
First Oromo-language Ethiopia edition, 2018
Kutaalen Macaafa Qulqulluu hundinuu kan fudhataman Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo bara 1899 maxxanfamee bara 1997 haareffamee hiikame irraati.
Guyyoonni kitaaba kana keessatti argaman marti isaanii akka lakkoofsa warra Awrooppatti kan taa’aniidha.